LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w17 Ebla ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
w17 Ebla ful. 2

Baafata Mata Duree

CAAMSAA 29, 2017–WAXABAJJII 4, 2017

3 “Wanta Wareegde Raawwadhu!”

Yihowaadhaaf waadaa meeqa galteetta? Tokkoo, lama moo isaa ol? Hamma dandeessu waadaa kee kanaa wajjin wal simtee jiraachaa akka jirtu sitti dhagaʼamaa? Waaʼee waadaa yeroo of murteessistetti ykn yeroo gaaʼela godhattetti galtee hoo maal jechuutu dandaʼama? Mata dureen kun waadaa Waaqayyoof galle amana mummaadhaan eeguuf yeroo carraaqnutti, fakkeenyi Yiftaa fi Haannaa nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe ibsa.

WAXABAJJII 5-11, 2017

9 Mootummaan Waaqayyoo Yommuu Dhufu Wantoota Akkamii Balleessa?

Yeroo baayʼee wanta Yihowaan Jannata keessatti nuuf godhu irratti xiyyeeffanna; mata duree kana keessatti garuu wanta inni balleessu irratti xiyyeeffanna. Yihowaan addunyaa nagaa fi gammachuudhaan guute hundeessuuf dura maal balleessa? Deebii gaaffiiwwan kanaa irratti xiinxaluun keenya amantii fi kutannoo hamma dhumaatti jabaannee dhaabachuuf goone nuuf cimsa.

14 Seenaa Jireenyaa Loltuu Kiristoos Taʼuuf Kutadheera

WAXABAJJII 12-18, 2017

18 “Abbaan Firdii Guutummaa Biyya Lafaa” Yoom Iyyuu Wanta Sirrii Raawwata

WAXABAJJII 19-25, 2017

23 Ilaalcha Yihowaan Haqaaf Qabu Qabdaa?

Jalʼinni haqaa akka nu irratti raawwatame yoo nutti dhagaʼame ykn utuu raawwatamuu yoo argine amantiin, gad of qabuunii fi amanamummaan keenya qoramuu dandaʼa. Mata dureewwan kun seenaawwan Kitaaba Qulqulluu ilaalcha Yihowaan haqaaf qabu qabaachuuf nu gargaaran sadii ibsu.

WAXABAJJII 26, 2017–ADOOLESSA 2, 2017

28 Fedhiidhaan Of Dhiheessuun Keessan Yihowaan Akka Jajamu Taasisa!

Yihowaan kan of dandaʼe dha; taʼus, ol aantummaa isaa deggeruuf fedhii guddaa akka qabnu yommuu argu ni gammada. Abboota Firdii boqonnaa 4 fi 5 irratti yeroo nuti fedhiidhaan qajeelfama isaa hordofnu Yihowaan kan dinqisiifatu akkamitti akka taʼe ibsameera.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi