Maxxansa Qoʼannaa
EBLA 2017
Mata Dureewwan Qoʼannaa: CAAMSAA 29–ADOOLESSA 2, 2017
© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
ZAAMBIYAA
Lusaakaa, Zaambiyaatti gareen tajaajila dirree tokko hinaaffaadhaan lallabuuf baʼaa jiru. Galmi Mootummaa akka gaariitti qabame kun, maqaa Yihowaatiif ulfina guddaa argamsiisa
BABALʼISTOOTA
183,586
QOʼANNAA KITAABA QULQULLUU
415,706
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2016)
782,527
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.