LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w17 Caamsaa ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
w17 Caamsaa ful. 2

Baafata Mata Duree

ADOOLESSA 3-9, 2017

3 Warri “Galaa Biyya Ormaa” Taʼan ‘Waaqayyoof Gammachuudhaan Akka Hojjetan’ Gargaaraa

ADOOLESSA 10-16, 2017

8 Ijoollee “Galaa Biyya Ormaa” Taʼan Gargaaruu

Mata duree lamaan kana keessaa inni jalqabaa haala rakkisaa obboloonni biyya alaa jiraatan keessa jiranii fi akkamitti isaan gargaaruu akka dandeenyu ilaalchisee yaadawwan tokko tokko qabateera. Mata dureen inni lammaffaan immoo dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu hojii irra oolchuun, haadhaa fi abbaa biyya alaa jiraatan murtoo ijoollee isaanii fayyadu gochuuf akkamitti akka isaan gargaaru ibsa.

13 Seenaa Jireenyaa Dhagaʼuu kan hin Dandeenye Taʼuun Koo Barsiisuu Irraa Duubatti Akkan Jedhu Na hin Goone

ADOOLESSA 17-23, 2017

17 Jaalalli Keessan Akka Qabbanaaʼu hin Heyyaminaa

ADOOLESSA 24-30, 2017

22 “Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?”

Sirna kana keessa jiraachuun tajaajilaa Yihowaa kamiif iyyuu salphaa miti. Mata dureewwan kun jaalala Yihowaadhaaf, Kitaaba Qulqulluu fi obboloota keenyaaf qabnu eeguudhaan, amala ofittummaa addunyaan babalʼisuu wajjin akkamitti qabsoo gochuu akka dandeenyu ibsu. Akkasumas wantoota addunyaa kana keessatti arginu utuu hin taʼin, Kiristoosiin jaallachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

27 Gaayos Obboloota Isaa kan Gargaare Akkamitti?

30 Gammachuu Jireenya Salphaa Jiraachuun Argamsiisu

31 Kuusaa Keenya Keessaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi