Baafata Mata Duree
ADOOLESSA 31, 2017–HAGAYYA 6, 2017
4 Yihowaan Rakkina Keenya Hunda Keessatti Nu Jajjabeessa
Hundi keenya qorumsii fi rakkinni garaa garaa nu irra gaʼus, Yihowaan jajjabina nu barbaachisu nuuf kenna. Mata dureen kun qophiiwwan yeroo ammaattis taʼe gara fuulduraatti jajjabina argachuuf nu gargaaran ibsa.
HAGAYYA 7-13, 2017
9 Garaan Keessan Qabeenya Hafuuraa Irratti Akka Xiyyeeffatu Godhaa
Mata dureen kun barumsa callee gatiidhaan hin shallagamnee fi Yesuus fakkeenya daldalaa tokkoo irratti dubbate keessa jiru hojii irra oolchuuf nu gargaara. Akkasumas tajaajilli lubbu baraaruu fi Kiristiyaanotaaf kenname dhugaawwan waggoota darbanitti baranneef dhuunfaatti ilaalcha akkamii akka qabnu hubachuuf nu gargaara.
14 Bifa Alaan Mulʼatu Irra Darbitee Ilaaluu ni Dandeessaa?
16 Walitti Buʼiinsa Hiikuudhaan Nagaa ni Uumtuu?
21 “Hubannaa Kee Kana Nan Jajadha”
HAGAYYA 14-20, 2017
22 Iji Keessan Dhimma Isa Guddaa Irratti Akka Xiyyeeffatu Godhaa
HAGAYYA 21-27, 2017
27 Ol Aantummaa Yihowaa Deggeraa!
Sochii jireenya guyyaa guyyaatiin yommuu muddamnu dhimma bakki guddaan kennamuuf irraanfachuu dandeenya. Mata dureewwan kun barbaachisummaa ol aantummaa Yihowaa akka hubannuu fi ol aantummaa isaa akkamitti deggeruu akka dandeenyu hubachuuf nu gargaaru.