Maxxansa Qoʼannaa
ADOOLESSA 2017
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: HAGAYYA 28–FULBAANA 24, 2017
© 2017 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
POOLANDI
Babalʼisaan tokko hojjetaa bakka qotiisaa poomii Girutiyesitti argamu keessaa hojjetu tokkoof ergaa Kitaaba Qulqulluu lallabaa jira
BABALʼISTOOTA
119,932
QOʼANNAA KITAABA QULQULLUU
50,479
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2016)
190,613
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.