Ittiin Lixa
WAAQAYYO SIIF NI YAADAA?
Yommuu balaan gaʼu ykn yommuu namoonni dhiphatanii fi duʼan Waaqayyo wanta sana ni argaa? ykn waaʼee dhimma sanaa ni yaadaa? jennee gaafanna taʼa. Kitaabni Qulqulluun akkas jedha:
“Sababiin isaas iji Yihowaa warra qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhaggeeffata; fuulli Yihowaa garuu warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”—1 Pheexiros 3:12.
Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun Waaqayyo akkamitti akka nu gargaaruu fi dhiphina hunda balleessuuf maal gochaa akka jiru ibsa.