LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp18 Lakk. 3 ful. 16
  • Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • WANTA KITAABNI QULQULLUUN JEDHU ILAALI
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • ‘Inni Siif Ni Yaada’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
wp18 Lakk. 3 ful. 16
Namoota wantoota gubatan keessaa sakattaʼaa jiran

Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?

Namoonni tokko tokko Waaqayyo rakkina keenya akka hin ilaalle waaʼee isaa yaaduus akka hin barbaanne amanu.

WANTA KITAABNI QULQULLUUN JEDHU ILAALI

  • Waaqayyo ni ilaala, ni yaadas

    ‘Waaqayyo, jalʼinni namaa lafa irratti baayʼachuu isaa, wanti namni garaa isaatti yaadee qopheessu hundinuus jalʼaa duwwaa taʼuu isaa in arge, guutummaa garaa isaatiinis in gadde.’—Uumama 6:5, 6.

  • Waaqayyo rakkina hundumaa ni balleessa

    “Inni jalʼaan yeroo xinnoo booddee achitti hin argamu, iddoo inni ture hubattee yoo ilaalte, inni hin jiru. Warri garraamonni garuu lafa in qabaatu, isaanis nagaa guututti jiraachuu isaaniitiin sonaan in gammadu.”—Faarfannaa 37:10, 11.

  • Wanta Waaqayyo siif yaadu

    “Yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti. Yommus isin gara kootti deebitanii maqaa koo waammattanii ana in kadhattu, anis isiniif nan dhagaʼa.”—Ermiyaas 29:11, 12.

    “Gara Waaqayyootti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.”—Yaaqoob 4:8.

Waaqayyo rakkinni akka jiraatu kan heyyame maaliif akka taʼe ilaalchisee barumsa dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin maxxanfamee fi kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu barumsa 26 ilaali, Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi