LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp19 Lakk. 2 ful. 16
  • ‘Inni Siif Ni Yaada’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Inni Siif Ni Yaada’
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • Rakkinni Ni Badaa?
    Rakkinni ni badaa?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
wp19 Lakk. 2 ful. 16

‘Inni Siif Ni Yaada’

Shamarreen tokko seeqaa ija jabinaan daandii namootaan guutame irra deemaa jirti

Namoonni kaan yoo si dhiisan illee, matumaa kan si hin dhiisne Tokko jira. Inni eenyu dha?

Daawit Mootichi, “Abbaan koo fi haati koo yommuu na dhiisan, Waaqayyo immoo simee ana in fudhata” jedhee ture.—Faarfannaa 27:10.

Yihowaan, ‘Abbaa gara laafinaa fi Waaqa jajjabina hundaa waan taʼeef, rakkina keenya hunda keessatti nu jajjabeessa.’—2 Qorontos 1:3, 4.

“Inni isiniif waan yaaduuf yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”—1 Pheexiros 5:7.

Waaqayyo akkamitti akka si gargaaru barachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼee fi Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu barumsa 08 ilaali. Weebsaayitii www.jw.org/om irrattis ni argama.

Waaqayyotti dhihaachuu akkamitti akka dandeessu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin maxxanfame kana barumsa 08 ilaali. Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi