LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp19 Lakk. 1 ful. 16
  • Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Inni Siif Ni Yaada’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • ‘Garraamonni Lafa ni Dhaalu’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
wp19 Lakk. 1 ful. 16

Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

NAMOONNI TOKKO TOKKO . . .

Waaqayyo xiyyeeffannaa akka nuuf hin kennine, nurraa fagoo fi qulqulluu waan taʼeef itti dhihaachuun akka hin dandaʼamne isaanitti dhagaʼama.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Dubartiin takka Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jirti

“Waaqayyootti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.”—Yaaqoob 4:8.

“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”—1 Pheexiros 5:7.

WAAQAYYOTTI DHIHAACHUUF MAAL GOCHUU DANDEENYA?

  • Isa haasofsiisuu.—Faarfannaa 145:18, 19.

  • Isa dhaggeeffachuu.—Faarfannaa 32:8.

  • Qajeelfamasaa hordofuu.—Fakkeenya 3:5, 6.

  • Abdii kutachuu dhiisuu.—Maatewos 7:7, 8.

Waaʼee abdii amansiisaa Waaqayyo kennee caalaatti barachuuf birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamutti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabi. Birooshurichi Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan qophaaʼe yeroo taʼu www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi