LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp18 Lakk. 2 ful. 16
  • ‘Garraamonni Lafa ni Dhaalu’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Garraamonni Lafa ni Dhaalu’
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Egereen Kee Harka Kee Keessa Jira
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
  • Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?
    Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
wp18 Lakk. 2 ful. 16
Maatii tokko

‘GARRAAMONNI LAFA NI DHAALU’

Baayʼeen keenya jalʼina haqaa fi hamoonni namoota gaarii yommuu hacuucan argineerra. Yeroon jalʼinni haqaa fi hammeenyi itti hin jiraanne ni dhufaa laata?

Faarfannaan 37 deebii gaaffii kanaa fi qajeelfama yeroo harʼaatiif nu barbaachisu nuuf kenna. Gaaffilee armaan gadiitiif deebii akkamii akka kennu qalbeeffadhu.

  • Namoota nu hacuucaniif ilaalcha akkamii qabaachuu qabna?—Lakkoofsa 1, 2.

  • Namoota hamoorra maaltu gaʼa?—Lakkoofsa 10.

  • Namoonni wanta gaarii raawwatan maal argatu?—Lakkoofsa 11, 29.

  • Yeroo ammaatti maal gochuu qabna?—Lakkoofsa 34.

Yaanni Faarfannaa 37 irratti argamuu fi geggeessaa hafuura qulqulluutiin barreeffame kun namoonni ‘Yihowaa abdatanii fi daandii isaa hordofan’ egeree gammachiisaa taʼe akka qaban ibsa. Dhugaa Baatonni Yihowaa Kitaaba Qulqulluu akka qoʼattuu fi ofii keetii fi namoota jaallattuuf egeree gammachiisaa qabaachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe akka beektu si gargaaruuf fedhii guddaa qabu.

Waaʼee egeree amansiisaa Waaqayyo waadaa nuuf galee caalaatti barachuuf biroo shura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamutti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabi. Birooshurichi Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan qophaaʼe yeroo taʼu www.jw.org/om irrattis ni argama.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi