LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp17 Lakk. 5 ful. 16
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Lafa irratti nagaan dhufuu ni dandaʼaa?
  • Yeroo ammaatti nagaa sammuu argachuun ni dandaʼamaa?
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • Nagaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Waraannii fi Walitti Buʼiinsi kan Dhaabbatu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2025
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
wp17 Lakk. 5 ful. 16
Weapons of war are destroyed

Meeshaaleen waraanaa hundi ni balleeffamu

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Lafa irratti nagaan dhufuu ni dandaʼaa?

Ati maal jetta?

  • Eeyyee

  • Lakki

  • Taʼuu dandaʼa

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

Bulchiinsa Yesuus Kiristoos jalatti, ‘hamma jiʼi deebitee argamuu dhabdutti nagaan ni baayʼata,’ jechuunis bara baraaf nagaan ni jiraata.—Faarfannaa 72:7.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Jalʼoonni lafa irraa ni balleeffamu, sana booda garraamonni “nagaa guututti jiraachuu isaaniitiin sonaan in gammadu.”—Faarfannaa 37:10, 11.

  • Waaqayyoo waraana hunda ni balleessa.—Faarfannaa 46:8, 9.

Yeroo ammaatti nagaa sammuu argachuun ni dandaʼamaa?

Namoonni tokko tokko . . .addunyaan rakkinaa fi haqa jalʼisuudhaan guutame hamma jirutti, nagaa sammuu dhugaa argachuun hin dandaʼamu jedhanii yaadu. Maal sitti fakkaata?

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

Amma illee, namoonni Waaqayyootti dhihaatan ‘nagaa Waaqayyoo isa hubannaa hundumaa irra caalu’ argachuu ni dandaʼu.—Filiphisiyus 4:6, 7.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Waaqayyoo rakkinaa fi jalʼina haqaa balleessuudhaan, ‘wantoota hundumaa haaraa akka godhu’ waadaa galeera.—Mulʼata 21:4, 5.

  • ‘Wantoota hafuuraatiif’ xiyyeeffannaa yoo kennine, nagaa sammuu argachuu ni dandeenya.—Maatewos 5:3.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 3⁠ffaa ilaali

Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi