Maxxansa Qoʼannaa
BITOOTESSA 2018
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: EBLA 30–WAXABAJJII 3, 2018
© 2017 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
KIROOʼEESHIYAA
Obboloonni lama nama halluu dibu tokko riqicha Kaahshitiilaaktis jedhamuu fi magaalaa Ispliititti dhihoo jiru jaarraa 16ffaatti ijaarame dura taaʼee jiruuf tiraaktii yommuu kennan
BABALʼISTOOTA
5,335
QOʼANNAA KITAABA QULQULLUU
2,123
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2016)
8,434
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.