BAAFATA MATA DUREE
EBLA 30, 2018–CAAMSAA 6, 2018
3 Cuuphaa—Ulaagaa Kiristiyaanonni Guutuu Qaban
CAAMSAA 7-13, 2018
8 Warra kan Taatan, Ijoolleen Keessan Guddina Argisiisanii Akka Cuuphaman Gargaaraa Jirtuu?
Kitaaba Qulqulluu yeroo qoʼachiisnu galmi keenya maal taʼuu qaba? Yeroo itti cuuphaman tursuun dogoggora kan taʼe maaliifi? Warri tokko tokko ijoolleen isaanii akka cuuphaman jajjabeessuu irraa akka of qusatan kan godhu maali dha? Gaaffiiwwan kunii fi kan biroon mata dureewwan lamaan kana keessatti ibsamu.
CAAMSAA 14-20, 2018
14 Gammachuudhaan Keessummaa Simachuu Amaleeffachuun Baayʼee Barbaachisaa Dha!
Pheexiros ergamaan Kiristiyaanota jaarraa jalqabaa, “keessummummaa wal simadhaa” jedhee gorseera. (1 Phe. 4:9) Gorsi kun bara keenyatti baayʼee barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Karaawwan gorsa kana hordofuu itti dandeenyu tokko tokko kamfaʼi? Keessummoota gaarii taʼuu kan dandeenyu hoo akkamitti? Mata dureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.
19 Seenaa Jireenyaa—Yihowaan Matumaa Na hin Gatne!
CAAMSAA 21-27, 2018
23 Adabni Jaalala Waaqayyo Nuuf Qabu Argisiisa
CAAMSAA 28, 2018–WAXABAJJII 3, 2018
28 “Adaba Dhagaʼaa, Ogeessotas Taʼaa”
Mata dureewwan kun lamaan jaalalli Waaqayyo nuuf qabu karaa adaba isaa akkamitti akka mulʼatu hubachuuf nu gargaaru. Haa taʼu malee, Waaqayyo kan nu adabu akkamitti? Nuti hoo adaba isaatiif deebii akkamii kennuu qabna? Amala of adabuu horachuu kan dandeenyu akkamitti? Deebii isaa mata dureewwan kana keessatti arganna.