LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w18 Sadaasa ful. 1-2
  • Maxxansa Qoʼannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qoʼannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
w18 Sadaasa ful. 1-2
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qoʼannaa, Sadaasa 2018

Maxxansa Qoʼannaa

SADAASA 2018

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: MUDDEE 31, 2018–GURAANDHALA 3, 2019

© 2018 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

SIWIIDIN

Babalʼistoonni Istookhoolm keessa jiran tibba bonaa galgalli ifa waan taʼuuf carraa kanatti fayyadamanii dhugaa baʼu. Ergaa abdii namaaf kennu warra taaksii oofaniif, suuqii keessa hojjetaniif, namoota iddoowwan uummataaf tajaajila kennanitti hojjetanii fi namoota halkan hojjetan kaaniif lallabu

BABALʼISTOOTA

22,418

QOʼANNAA KITAABA QULQULLUU

10,027

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2017)

34,966

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.

Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997⁠tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi