Baafata Mata Duree
MUDDEE 31, 2018–AMAJJII 6, 2019
3 ‘Dhugaa Bitadhu, Matumaas hin Gurgurin’
AMAJJII 7-13, 2019
8 “Ani Dhugaa Kee Keessa Nan Deddeebiʼa”
Mata dureewwan kun lamaan gatii guddaa dhugaan Yihowaa qabu akka dinqisiifannu nu jajjabeessu. Gatiin dhugaan kun qabu isa argachuuf aarsaa kaffallu kam iyyuu ni caala. Kana malees, mata dureewwan kun, dhugaa gatii guddaa akka qabutti ilaaluu keenya itti fufuu fi dhugaa Yihowaan nu barsiise keessaa tokko illee akka hin dhiisne mirkaneessuuf maal gochuu akka dandeenyu ibsu.
AMAJJII 14-20, 2019
13 Yihowaa Amanadhu, Jiraadhus!
Kitaabni Anbaaqom yommuu rakkinni nu irra gaʼu hariiroo Yihowaa wajjin qabnu akkamitti eegnee itti fufuu akka dandeenyu nutti argisiisa. Mata dureen kun yaaddoon, qorumsi fi rakkinni yoo dabalaa deeme iyyuu dhuma irratti amantiin Yihowaa irratti qabnu fayyina nuuf argamsiisuudhaan akka nu badhaasu hubachuuf nu gargaara.
AMAJJII 21-27, 2019
18 Yaada Keessan Irratti Eenyutu Dhiibbaa Gochaa Jira?
AMAJJII 28, 2019–GURAANDHALA 3, 2019
23 Yaada Yihowaa kan Ofii Keessanii Godhachaa Jirtuu?
Karaa hafuuraa yommuu guddachaa adeemnu yaadni Yihowaa caalmaa akka qabu hubachaa deemna. Mata dureewwan lamaan kun yaadni addunyaa dhiibbaa akka nu irratti godhu heyyamuu irraa fagaachuu fi yaada keenya yaada Yihowaa wajjin wal simsiisuu akkamitti akka dandeenyu ibsu.