LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w19 Amajjii ful. 32
  • Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
w19 Amajjii ful. 32

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Maxxansa kana irraa kaasee, Masaraan Eegumsaa mata dureewwan haaraa walitti aananii barreeffamoota keenya irratti baʼaa turanii fi amma weeb saayitii jw.org/om irratti baʼan beeksisa.

GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Aarii Kee Toʼachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Aarii toʼachuu dadhabuun fayyaa kee miidha, taʼus toʼachuun ni dandaʼama. Haalawwan nama aarsan keessatti aarii kee toʼachuu kan dandeessu akkamitti?

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > GAAʼELAA fi MAATII jalaa ilaali.)

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Kanan Jiraadhu Daandii Irra Ture

Antooniyoon nama lola jaallatu, qoricha sammuu hadoochutti fayyadamuu fi alkoolii garmalee dhugu taʼuun isaa jireenyi kaayyoo akka hin qabne akka isatti dhagaʼmu godheera. Yaada isaa akka jijjiiru kan isa godhe maali dha?

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > NAGAA fi GAMMACHUU jalaa ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi