LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w19 Waxabajjii ful. 32
  • Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
w19 Waxabajjii ful. 32

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Doolfinonni Kallattii Beekuuf Qaban

Saayintistoonni teknooloojii bishaan keessaa daran fooyyessuuf, dandeettii doolfinonni kallattii beekuuf qaban fakkeessanii hojjechuuf yaalaa jiru.

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SAAYINSII FI KITAABA QULQULLUU > QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? jedhu jalaa ilaali.)

GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Mucaan Keessan Qabxii Barumsaa Isaa Akka Fooyyeffatu Gargaaruu Kan Dandeessan Akkamitti?

Ijoollee irratti dhiibbaa gochuun mana barumsaa fi mana keessatti akka dhiphatan gochuu dandaʼa. Warri qabxiin ijoollee isaanii maaliif akka gad buʼe adda baasanii hubachuu fi akka baratan jajjabeessuu ni dandaʼu.

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU GAAʼELAA fi MAATII > IJOOLLEE GUDDISUU jedhu jalaa ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi