Maxxansa Qoʼannaa
ADOOLESSA 2019
MATA DUREEWWAN QO’ANNAA: FULBAANA 2-29,2019
© 2019 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaa’a. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Babalʼistoonni Mootummichaa baayʼeen namoota biyyoota Kiristiyaana hin taane irraa dhufaniif ilaalcha sirrii qabu akkasumas ogummaa Kitaaba qulqulluu keessa jiru isaaniif lallabu (Mata duree qoʼannaa 30, keeyyata 12-13 ilaali)