Beeksisa
◼ Barreeffamawwan Waxabajjiitti raabsaman: Kitaaba Beekumsaa ykn brooshuura Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu raabsaa. Namoonni haasofsiisnu barreeffamawwan kana qabu taanaan brooshuura garabiraa gumichi qabutti gargaaramaa. Adoolessaa, Hagayyaafi Fulbaana: Brooshuura fuula 32 qaban kan kanaa gaditti ibsaman keessaa kamiin iyyuu fayyadamuu dandeessu: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, “Kunoo, Ani Waan Hundumaa Haaraa Nan Godha!,” Sillaaseetti Amanuu Qabdaa?, Maqaa Waaqayyoo Isa Bara Baraaf Jiraatu, Mootummaan Waaqayyoo Jannata Fiddi, Yeroo Duunu Maal Taanaa?, Kaayyoon Jireenyaa Maal Innii?— Akkamiinoo Argachuu Dandeessaa?, Namni Jaallattan Yeroo Du’u, Kitaaba Namoota Hundumaaf Ta’u, E Saatisfaaying Laayif—Haawu tuu Atteeyin It, fi Hafuuronni Warra Du’anii—Sigargaaruu Yookiin Simiidhuu Ni Danda’uu? Dhugumaanoo Jiruu? Fulbaana: Ingiliffaafi Freenchii; Laayif—Haawu Diid It Geet Hiir? Baay Eevooluushin oor Baay Kriyeeshin