LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/03 ful. 3
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2003
Tajaajila Mootummaa—2003
km 7/03 ful. 3

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan Adoolessaafi Hagayya raabsaman: Brooshuura fuula 32 qaban kan kanaa gaditti ibsaman keessaa kamiin iyyuu fayyadamuu dandeessu: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, “Kunoo, Ani Waan Hundumaa Haaraa Nan Godha!,” Sillaaseetti Amanuu Qabdaa?, Maqaa Waaqayyoo Isa Bara Baraaf Jiraatu, Mootummaan Waaqayyoo Jannata Fiddi, Yeroo Duunu Maal Taanaa?, Kaayyoon Jireenyaa Maal Innii?​​—⁠ Akkamiinoo Argachuu Dandeessaa?, Namni Jaallattan Yeroo Du’u, Kitaaba Namoota Hundumaaf Ta’u, E Saatisfaaying Laayif​​—⁠Haawu tuu Atteeyin It, fi Hafuuronni Warra Du’anii​​—⁠Sigargaaruu Yookiin Simiidhuu Ni Danda’uu? Dhugumaanoo Jiruu? Fulbaana: Ingiliffaafi Freenchii: Laayif​​—⁠Haawu Diid It Geet Hiir? Baay Eevooluushin oor Baay Kriyeeshin? Onkololeessa: Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Nama fedhii argisiiseef, brooshuura Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? Jedhamu kennuudhaan qayyabannaa Macaafa qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii addaa godhaa.

◼ Fulbaanaa jalqabee, matadureen haasawaa sabaa daawwattoonni olaanaa aanaa dhiheessan, “Waaqa Dhugaa Sodaachuu kan Qabnu Maaliifii?” kan jedhu ta’a.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi