LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/03 ful. 3
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2003
Tajaajila Mootummaa—2003
km 9/03 ful. 3

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan ji’a Fulbaanaatti raabsaman: Brooshuuroota. Onkololeessa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Damaqaa! Nama fedhii argisiise tokko brooshuura Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? jedhuun qayyabannaa Macaafa qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii addaa godhi. Sadaasa: Waaqni Nurraa Maal Barbaada? Ykn Beekumsa Jireenya Bara Baraatti Geessu. Barreeffama kana kanaan dura qabu yoo ta’emmoo, kitaabni Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu jedhamu ykn barreeffamawwan turan kan biraa kenniif. Muddee: Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hundaa Caalu. Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu ykn Macaafni Qulqulluun Sagalee Waaqayyootimoo Kan Namaati?, Lafarra Jannata Keessa Bara Baraaf Jiraachuu Ni Dandeessa.

◼ Dameen biiroo barreeffamawwan babal’istoonni dhuunfaasaaniitti ajajan hin fudhatu. Ajajni barreeffamaa ji’a ji’aan ergamuusaa dura, warri barreeffamawwan dhuunfaatti ajajaman argachuu barbaadan hundi, tajaajilaa barreeffamaatiif beeksisuu akka danda’an sassaabaan ilaaltuu olaanaa ji’a ji’aan beeksisni akka himamu gochuu qaba. Barreeffamoonni ajaja addaatiin argaman kamfaa akka ta’an hin irraanfatin.

◼ Jaarsoliin namoota gumii keessaa baafamaniifi ofqoodan garuu kan deebi’uuf fedhii qaban ilaalchisee qajeelfamawwan Masaraa Eegumsaa Ebla 15,1991, fula 21-3 irra jiru akka hordofan ni yaadachiisna.

◼ Haasawaan sabaa addaa tibba ayyaana yaadannoo 2004, Dilbata, Ebla 18 kennama. Mata dureen haasawichaa gara fulduraatti beeksifama. Gumiileen torban sanatti daawwii ilaaltuu olaanaa ykn Walga’ii guddaa qaban, torban itti aanutti haasawaa addaa qabaatu. Gumiin kamiyyuu Ebla 18, 2004 dura haasawaa addaa hin qabaatu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi