LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/04 ful. 3-5
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2004
Tajaajila Mootummaa—2004
km 5/04 ful. 3-5

Beeksisa

(fuula 5⁠ffaarraa)

◼ Wal ga’ii koonyaa 2004f sagantaa yeroodhaaf ba’e:

Fulb. 10-12FinfinneeIngiliffa

Fulb. 17-19 AanaaFinfinnee3, 1C, 7BAmaariffa/Afaan mallattoo

Fulb. 24-26 AanaaFinfinnee1A, 6AAmaariffa

Onk. 1-3 AanaaFinfinnee5A, 7AAmaariffa

Onk. 8-10 AanaaFinfinnee2A, 6BAmaariffa

Onk. 15-17 AanaaFinfinnee5BAmaariffa

Onk. 1-3Dirree-daawwaaAmaariffa

Onk. 1-3DaseeAmaariffa

Onk. 8-10JimmaaAmaariffa

Onk. 8-10MaqaleeTigriffa

Onk. 15-17ShaashamanneeAmaariffa

Onk. 15-17NaqamteeAmaariffa

Onk. 15-17Baahir DaarAmaariffa

Onk. 22-24GimbiiAfaan Oromoo

Onk. 22-24SooddooAmaariffa

Onk. 22-24 Alattaa WandooAmaariffa

Onk. 29-31SooddooAfaan Walaayittaa

Onk. 29-31AmbooAfaan Oromoo

Onk. 29-31YirgaalamAfaan Sida⁠amaa

◼ Barrffamoota haaraa nu harkatti argaman: Amaariffa: Raajii Isaayaas—2; Ingiliffa: Kitaaba Waggaa 2004; Tigriffa: Yihowaatti Dhiyaadhaa.

◼ Ammas nu ga’u jennee kan egnu: Amaariffa: Kitaaba Faarfannaa; Ingiliffa: Droow Klooz Too Jihoovaah.

BEEKSISA

◼ Barreeffamawwan raabsaman, Caamsaa: Qeenxee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Namoota Ayyaana Yaadannoorratti ykn walga’iiwwan ti’ookraasii kaanirratti argaman garuu tarkaanfii hin fudhanne dabalatee namoota fedhii qabaniif deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Tokkummaa Waaqni Dhugaa Inni Tokkichi Argamsiise jedhamu raabsuurratti xiyyeeffadhaa. Keessumaa namoota kanaan dura kitaaba Beekumsaafi brooshuura Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu qayyabatan, kitaaba kanaan qayyabannaa jalqabsiisuuf carraaqqii addaa godhaa. Waxabajjii: Brooshuura Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu raabsaa. Yeroo brooshuura kanaan fayyadamtan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Adoolessaafi Hagayya: Brooshuuroota fuula 32 qaban kanaa gadii keessaa kaminiyyuu gargaaramuu dandeessu: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Barabaraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Sillaaseetti Amanuu Qabdaa?, Maqaa Waaqayyo Isa Bara Baraaf Jiraatu, Mootummaan Waaqayyoo Jannata Fiddi, Yeroo Duunu Maal Taana?, Kaayyoon Jireenyaa Maal Inni?, Argachuu kan Dandeessuhoo Akkamitti?, Namni Jaallattan Yeroo Du’u jedhaman.

◼ Sassaabaan Ilaaltuu olaanaa ykn kan isaan iddoo buufame, Waxabajjii 1 ykn utuu isarraa baay’ee hin fagaatiin herrega gumii qoruu qaba. Qorannaan kun eega raawwatamee booda, gabaasa herregaa itti aanutti gumiif dubbifama.

◼ Foormiiwwan waggaa sanatti itti gargaaramtan barreeffamawwan ji’a Waxabajjiitti ergamanii wajjin isiniif ergamu. Galma Mootummaa tokko keessatti gumiiwwan tokkoo ol kan gargaaraman yoo ta’e, Obboleessi qindeessaa barreeffamaa ta’e, akkuma formiin isaan qaqqabeen, tokkoon tokkoon gumii foormii hamma ajaje argachuusaa mirkanessuu qaba.

(Gara ful. 3⁠ffaa, tar. 2⁠ffaatti)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi