LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/04 ful. 3
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2004
Tajaajila Mootummaa—2004
km 6/04 ful. 3

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan raabsaman, Waxabajjii: Brooshuura Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu raabsaa. Yeroo brooshuura kanaan fayyadamtan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Adoolessaafi Hagayya: Broshuuroota fuula 32 qaban kanaa gadii keessaa kamiiniyyuu gargaaramuu dandeessu: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Barabaraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Sillaaseetti Amanuu Qabdaa?, Maqaa Waaqayyo Isa Bara Baraaf Jiraatu, Mootummaan Waaqayyoo Jannata Fiddi, Yeroo Duunu Maal Taana?, Kaayyoon Jireenyaa Maal Inni?​— Argachuu kan Dandeessuhoo Akkamitti? fi Namni Jaallattan Yeroo Du’u jedhaman. Fulbaana: Kitaabawwan erga maxxanfamanii turan kan akka Mootummaan Kee Haa Dhufu, Tokkummaa Waaqeffannaa Waaqni Dhugaa Inni Tokkichi Argamsiise jedhaman.

◼ Galma Mootummaa sirriitti eeguuf, namni duubatti hafe balbala qollofuufi karri dallaa sirriitti cufamuusaa mirkaneessuu qaba. Namni sun qulfii kan hin qabne yoo ta’emmoo, obboleessa cufuu danda’u waamee hamma dhufutti eeguu qaba.

◼ Viidiyoon, Riispeekt Jihoovaas Otooritii jedhamu Tajaajila Mootummaa Fulbaanaarratti irra deebi’amee ilaalama.

◼ Barreeffamawwan haaraa nu harkatti argaman: Afaan Oromoo: Tiraaktii Lak. 26 “Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?”; Fireenchii: Kitaaba Waggaa 2004; Ingiliffa: Gaaffiiwwan, Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu jedhamuuf qophaa’an, Jildii Masaraa Eegumsaa 2003; Tigiriffa: Caaffanni Qulqullaa’oon Hundinuu Geggeessaa Hafuura Waaqayyootiin Kan Barreeffameefi Faayidaa Qabeessadha (Barumsa 3); Traaktii Lak. 26 “Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?” jedhamu.

◼ Barreeffamawwan lammata nu ga’an Amaariffa: Tiraaktii Lak. 13, 15 fi 16; Ingiliffa: Barbaacha Ilmaan Namaa Waaqayyoon Argachuuf Godhan.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi