LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/04 ful. 2
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2004
Tajaajila Mootummaa—2004
km 10/04 ful. 2

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan raabsaman, Onk: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Sad: Brooshuura Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu. Mud: Kitaaba, Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu jedhamu. Akka filannoottimmoo: Kitaaba, Macaafni Qulqulluun Sagalee Waaqayyootimoo kan Namaati? Ykn Lafa Jannata Taaturra Bara Baraaf Jiraachuu Ni Dandeessa jedhaman raabsuu ni danda’ama.

◼ “Sagantaan Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii 2005” miiltoo Tajaajila Mootummaa Kana keessatti waan argamuuf, guutummaa 2005⁠tti ijaa itti fayyadamnuuf akka gaariitti qabachuu qabna.

◼ BARREEFFAMAWWAN HAARAA HARKAA QABNU: Afaan Arabaa: Biyyattii Gaarii Ilaalaa, Jaallee Waaqayyoo; Afaan Nuwer: Jaallee Waaqayyoo.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi