LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/05 ful. 5
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2005
Tajaajila Mootummaa—2005
km 4/05 ful. 5

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan raabsaman, Eblaafi Caamsaa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!; Waxabajjii: Kitaaba Gammachuu Maatii; Adoolessaafi Hagayya: Birooshuuroota.

◼ Barreessitoonni gumii, foormiin Iyyata Tajaajila Qajeelchaa (S-205-AM) jedhamuufi foormiin Iyyata Tajaajila Qajeelchaa Gargaaraa (S-205b-AM) jedhamu, baay’inaan jiraachuusaa mirkaneessuu qabu. Foormii Ajaja Barreeffamaa (S-14-AM) guutuudhaan foormiiwwan kana gaafachuun ni danda’ama. Yoo xinnaate kan waggaa tokkoof ga’u ajajamuu qaba. Foormiiwwan iyyata qajeelchaa gara waajjira dameetti ergu keessan dura sirriitti guutamuusaanii mirkaneessaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi