LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/05 ful. 7
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2005
Tajaajila Mootummaa—2005
km 5/05 ful. 7

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan raabsaman, Caamsaa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!; Waxabajjii: Kitaaba Gammachuu Maatii; Adoolessaafi Hagayya: Birooshuuroota.

◼ Sassaabaan ilaaltuu olaanaa ykn namni inni ramade, Waxabajjii 1 ykn utuu baay’ee isarraa hin fagaatin herrega gumii sakatta’u qaba. Qarshiin suphaafi ijaarsaaf baankii kaa’ame yoo jiraates akka sakkata’aamuuf qophiin godhamuu qaba. Kun godhamee yoo raawwate, gabaasa herregaa itti aanuu wajjin gumiif beeksifamuu qaba.

◼ Waxabajjiidhaa jalqabee, walga’ii koonyaa 2005⁠tti godhamuuf kaardiin qomarratti godhatamu barreeffama kaanii wajjin atattamaan isiiniif ergama. Gumiin kaardii dabalataa barbaadu, Foormii Barreeffamni itti ajajamu (S-14 AM.) jedhamu guutee erguu qaba. Obboloonni man’ee kaardichaa barbaadan hundi ajajuu qabu.

◼ Waajjirri damee teessoofi lakkoofsa bilbilaa ilaaltonni olaanaafi barreessitoonni yeroo ammaa qaban qabaachuunsaa barbaachisaadha. Jijjiiramni teessoo yoo jiraate, Koreen Tajaajilaa Gumii, teessoo haaraa Sassaabaa Ilaaltota Olaanaafi Barreessitootaa, foormii (S-29) jedhamurratti guutee mallatteessuudhaan atattamaan waajjira dameetti erguu qaba. Kun jijjiirama lakkoofsa bilbilaas kan dabalatudha.

◼ Sagantaa wal ga’ii koonyaa 2005f ba’e:

Fulb. 16-18 Finfinnee*

Aanaa 3A, 1A Amaariffa/Afaan mallattoo

Fulb. 23-25 Finfinnee

Aanaa 2A, 7A Amaariffa

Fulb. 30-Onk. 2 Finfinnee

Aanaa 5A, 1B Amaariffa

Onk. 7-9 Finfinnee

Aanaa 5B, Ingiliffa

Onk. 14-16 Finfinnee

Aanaa 6A, 9A Amaariffa

Fulb. 23-25 Jimmaa

Aanaa 1C, 8C Amaariffa

Fulb. 23-25 Dirree-daawwaa

Aanaa 7C Amaariffa

Fulb. 30-Onk. 2 Baahir Daar

Aanaa 6B Amaariffa

Fulb. 30-Onk. 2 Shaashamannee

Aanaa 4A Amaariffa

Onk. 7-9 Sooddoo

Aanaa 9B, 9C Amaariffa

Onk. 7-9 Yirgaalam

Aanaa 10 Afaan Sidaamaa

Onk. 14-16 Amboo

Aanaa 8D Afaan Oromoo

Onk. 14-16 Dasee

Aanaa 2B Amaariffa

Onk. 21-23 Naqamtee

Aanaa 8A Amaariffa

Onk. 21-23 Naazret

Aanaa 7B Amaariffa

Onk. 21-23 Alattaa Wandoo

Aanaa 4B Amaariffa

Onk. 28-30 Gimbii

Aanaa 8B Afaan Oromoo

Onk. 28-30 Sooddoo

Aanaa 3B Afaan Walaayittaa

Onk. 28-30 Maqalee

Aanaa 2C Tigriffa

Walga’iiwwan koonyaa Finfinneetti godhaman hundi Galma Waajjira damee keessatti argamutti godhamu.

◼ BARREEFFAMA HAARAA NU HARKATTI ARGAMU:- Amaariffaafi Ingiliffaan:- Jaalala Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi