LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/06 ful. 7-8
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2006
Tajaajila Mootummaa—2006
km 4/06 ful. 7-8

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Eblaafi Caamsaa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaatu! raabsama. Deddeebii gaaffii yeroo gootan kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu raabsaa. Waxabajjii: Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu. Adoolessa: Birooshuuroota.

◼ Walga’ii koonyaa waggaa kanatti godhamuuf kaardiin qomarratti kaa’atamu, barreeffama kaanii wajjin isiniif ergama. Kaardiiwwan kana argachuuf foormii guutuun hin barbaachisu. Gumiin kaardii dabalataa barbaadu, Foormii Barreeffamni Ittiin Ajajamu (S-14) guutee erguu qaba. Obboloonni man’ee kaardichaa barbaadan hundi ajajuu qabu.

◼ Barreessitoonni gumii, foormi Iyyata Tajaajila Qajeelchaa (S-205, Am.) jedhamuufi foormii Iyyata Tajaajila Qajeelchaa Gargaaraa (S-205b Am.) ga’aa qabaachuu qabu. Foormii Barreeffamni Ittiin Ajajamu (S-14) guutuudhaan foormiiwwan kana gaafachuun ni danda’ama. Yoo xinnaate kan waggaa tokkoof ga’u ajajamuu qaba. Foormiiwwan iyyata qajeelchaa gara waajjira dameetti erguu keessan dura sirriitti guutamuusaanii mirkaneessaa.

◼ Waajjirri damee, teessoo haaraafi lakkoofsa bilbilaa sassaabdota ilነaaltuu olaanaafi barreessitoota hundaa qabaachuunsaa barbaachisaadha. Obboloonni kun teessoo jijjiirrataniiru taanaan, koreen tajaajilaa foormii Teessoo Haaraa Sassaabaa Ilaaltuu Olaanaa/Barreessaa (S-29) jedhamurratti guutee mallatteessuudhaan hatattamaan waajjira dameetti erguu qaba. Kun jijjiirama lakkoofsa bilbilaas ni dabalata.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Amaariffa, Arabiffa, Chaayinaa, Ingiliffa, Hindi, Nuweer, Oromoo, Tigiriffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Chaayinaa: T-75 (Rakkinni Hundi Yeroo Dhihootti Ni Bada!); Ingiliffa: Laayibrarii Masaraa Eegumsaa 2005 CDdhaan; Oromoo: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu, Waaqayyo Nurraa Maal Barbaada?; Sidaamaa: T-26 (Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?); Tigiriffa: Barsiisaa Guddicha Dhaggeeffachuu, Jehoovaas Wiitinasis Huu Aar Zeyi?, Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu Sirriifi Faayidaa Kan Qabudha 2006

◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Amaariffa: T-15 (Addunyaa Haaraa), T-19 Addunyaan Kun Badiisarraa Ni Oolaa Laata?, T-26 (Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?), Faarsaa Galataa, Dammaqinaan Eegaa!, Gaaffii Dargaggootaa; Arabiffa: Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?, T-26 (Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?); Chaayinaa: T-26 (Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?), Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?, Piis Eend Haappiinas; Ingiliffa: Jehoovaas Wiitinasis Huu Aar Zeyi?, Prokileemars; Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!; Dammaqaa! Jildii 2002, 1989, 1990, 1994, 1995, 1996, 1997; Masaraa Eegumsaa Jildii 2002, 1994, 1995, 1996, 1997; Hindi: Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?; Oromoo: Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?; Sidaamaa: T-15 (Addunyaa Haaraa); Tigiriffa: T-20 Warra Dhiphatan Jajjabeessuu, T-21 Gammachuu Maatii, T-22 Biyya Lafaa Kan Bulchu Eenyudha?, Dammaqinaan Eegaa!, Gaaffii Dargaggootaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi