LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/06 ful. 11
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2006
Tajaajila Mootummaa—2006
km 7/06 ful. 11

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman, Adoolessaafi Hagayya: Birooshuroota; Fulbaana: Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu; Onkoloolessa: Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!

◼ Fulbaanaa kaasee haasawaan sabaa daawwattoota olaanaa aanaatiin dhihaatu, matadureensaa: “Walitti Dhufeenya Waaqayyoo Wajjin Qabdaniin Ejjennoonkeessan Maalidha?” kan jedhu ta’a.

◼ Foormiiwwan iyyata qajeelchaa, guyyaa tajaajilli kun itti jalqabamuu jechuunis yoo xinnaate guyyoota 30 dura, gara waajjira dameetti utuu ergamanii gaariidha. Barreessaan gumichaa foormiiwwan kun sirriitti guutamuusaanii irra deebi’ee ilaala. Iyyattoonni guyyaa itti cuuphaman hin yaadatan taanaan, guyyaasaa tilmaamuufi fuuldurattis isumatti fayyadamuu qabu. Barreessaan gumichaa guyyaa sana kaardii Galmee Babal’istoota Gumiirratti (S-21) barreessuu qaba.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi