LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/08 ful. 2-7
  • Saanduqa Gaaffii–2

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii–2
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Hojii Kanaaf Nu Leenjisaa Jira
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Faayidaa Maalii Arganna?
    Tajaajila Mootummaa—2004
Tajaajila Mootummaa—2008
km 1/08 ful. 2-7

Saanduqa Gaaffii–2

◼ Yaadawwan Kutaa Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirratti Dhihaataniif gargaaran barreeffamoota tokko tokkorraa walitti qabuufi warra kaaniif kennuun sirriidhaa?

Miseensota maatii keenyaafi hiriyoota baay’ee itti dhihaannuuf kennuun ni heyyamama. Haata’u malee, barreeffamoota kana namoota hundaaf kennuun kan hin danda’amne ta’uusaaniirrayyuu, gurgurtaadhaaf ooluu hin qaban; akkas gochuun seera mirga maxxansaaf ba’e cabsuu ta’a.—Rom. 13:1.

Kutaawwan Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiitti dhihaatan tokko tokkoof, matadureesaa qofatu kennama malee, maddi yaada kanaa barruu isa kamirraa akka fudhatame hin ibsamu. Namni tokko baafata barreeffamootaa qopheessuu ykn barreeffamoota kutaawwan kun irraa fudhataman obboloota kutaa kana dhiheessaniif kennuunsaa sirriidhaa? Sirrii miti. Akkasumas, deebiiwwan Irra Deebii Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasiitiif qophaa’an walitti qabanii warra kaaniif kennun sirrii kan hin taane yommuu ta’u, akkas gochuun xuqaa barbaachisaa ta’e sammuusaaniitti akka qabatan isaan hin gargaaru. Barattoonni qorannaa mataasaanii gochuu qabu. Kunimmoo, karaawwan Yihowaan ‘dubbii dubbachuu nu barbaachisu’ akka dubbannu karaa mana barumsaa kana nu leenjisuuf nuu qopheesse keessaa isa baay’ee barbaachisaa ta’edha.—Isa. 50:4.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi