Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman, Fulbaana: Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu; Onkoloolessa: Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Fedhii yoo qabaatan birooshuura Dammaqinaan Eegaa! jedhutti gargaaramaa; Sadaasa: Tiraaktota.
◼ Gumiiwwan jildii Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! 2006, ajaja barreeffamaa ittaanutti gaafachuu danda’u.
◼ Jaarsoliin namoota gumii keessaa baafaman ykn of qoodanii turaniifi amma deebi’uu barbaadan ilaalchisee, qajeelfamawwan Masaraa Eegumsaa Ebla 15, 1991, ful. 21-23rratti argaman akka hojiirra oolchan isaan yaadachiisna.