Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Muddee: Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu; Amajjii: Dammaqinaan Eegaa!; Guraandhalaafi Bitootessa: Barumsa Macaafa Qulqulluu.
◼ Waraqaan afeerrii Ayyaana Yaadannoo 2007 dhihootti isinii ergama.
◼ Ayyaanni Yaadannoo Wiixata, Ebla 2, 2007 erga aduun lixxee booda kabajama. Ayyaanni Yaadannoo 2008 Sanbadduraa, Bitootessa 22 erga aduun lixxee booda akka kabajamu yaadachiisi. Ayyaanni Yaadannoo kun barbaachisaa waan ta’eef, qaamni jaarsolii, jaarsi dandeettii gaarii qabu haasicha akka dhiheessu gochuu qaba malee, dabareedhaan akka walga’u gochuu ykn waggaa waggaadhaan jaarsi tokko qofti akka dhiheessu gochuu hin qabu. Obboloota dibamoo keessaa jaarsi ga’eessa ta’e yoo jiraate, haasawaa kana inni utuu dhiheessee gaariidha.
◼ Masaraan Eegumsaa Amajjii 1, 2007 Caqasa waggaa 2007 kan ibsu waan ta’eef, torban Amajjii 15 jalqabutti akka qayyabattan isin beeksisna
◼ Barreeffamoonni armaan gadii waan nu harka jiraniif ajajuu dandeessu: Ingiliffa: Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu, Dargaggootaa—Jireenya keessan Akkamitti Yoo Itti Fayyadamtan Wayya? (tiraaktii), Kitaaba Waggaa 2006, Yihowaatti Dhihaadhu kaasseettiidhaan; Afaan Faransaayi: Dargaggootaa—Jireenya keessan Akkamitti Yoo Itti Fayyadamtan Wayya? (tiraaktii); Afaan Sumaalee: Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!; Tigriffa: Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu; Bireeyilii Ingiliffaan: Tiraaktii Lak. 13 Macaafa Qulqulluutti Waan Amantuuf.
◼ BARREEFFAMOOTA NU GA’U JENNEE EEGUU: Amaariffa: Caaffata Qulqullaa’aa Guyyaa Guyyaan Qayyabachuu 2007, Tiraaktii Lak. 17 (Addunyaa Haaraa Keessatti Jireenya Qabbana Qabu; Yihudootaaf), Tiraaktii Lak. 18 (Dhugaa Baaftonni Yihowaa Maal Amanu; Yihudootaaf); Afaan Chaayinaa: (Afaan salphaadhaan kan qophaa’e); Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu; Tiraaktii Lak. 26; Ingiliffa: Caaffata Qulqullaa’aa Guyyaa Guyyaan Qoruu 2007, Kaalandarii 2007, Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa (bi12); Caaffata Qulqullaa’aa Afaan Giriikii Diiviidiidhaan (dvcbi7); Afaan Faransaayi: Caaffata Qulqullaa’aa Guyyaa Guyyaan Qoruu 2007; Afaan Oromoo: Dhaqaa, Isaan Cuuphuudhaan Bartootakoo Godhaa (gaaffii namoota cuuphamaniif dhihaatu); Tigiriffa: Caaffata Qulqullaa’aa Guyyaa Guyyaan Qoruu 2007; Afaan Walaayitaa: Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa?; Ekeraan Warra Du’anii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhuu Danda’uu?
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Gaaffii Dargaggootaa, Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? Dhiigni Si Fayyisuu Kan Danda’u Akkamitti?, Tiraaktii Lak.16, 20, 22; Afaan Faransaayi: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? Tiraaktii Lak. 21, Tigiriffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu.