LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/06 ful. 4
  • Saanduqa Gaaffii (1)

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii (1)
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qarshiin Hojii Mootummichaaf Oolu Eessaa Argama?
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
  • Hojii Addunyaa Maratti Hojjennuuf Deggersi Qarshii Kan Argamu Akkamitti?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
  • Waaqa Waan Hundumaa Qabuuf kan Kenninu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 12/06 ful. 4

Saanduqa Gaaffii (1)

◼ Gumii gargaaruuf jecha meeshaawwan gurguruu ykn qophiilee galii argamsiisan qopheessuun sirriidhaa?

Amantiiwwan baay’ee keessatti qophiiwwan gargaarsi ittiin sassaabaman, jechuunis irbaata qopheessuun, wantoota tokko tokko gurguruun ykn qophii ayyaanaa gochuun kan baramedha. Namoonni tokko tokko qophiin kun gaarii akka ta’e isaanitti dhaga’amuyyuu, gochi kun kadhaa wajjin tokkodha. Dhugaa Baatonni Yihowaa garuu karaa kanaan gargaarsa qarshii argachuu hin barbaadan.

Masaraa Eegumsaa Hagayya 1879, maxxansa lammaffaarratti, amantiiwwan kan biraa wajjin haala wal fakkaatuun qarshii gaafachuu maaliif akka didne ilaalchisee akkas jedhamee ture: “‘Masaraa Eegumsaa Xiyoon’ kan gargaaru YIHOWAA akka ta’e ni amanna; innimmoo matumaa gargaarsa namootaa hin kadhatu ykn hin gaafatu. Waaqni, ‘Warqeeniifi meetiin gaarotaa hundi hankooti’ jedhe, qarshii nu barbaachisu argamsiisuu yoo dadhabe, yoos barruu kana maxxansuu keenya dhaabuun akka nurra jiraatu beekna.”

Seera bu’uuraa akkas jedhu hordofuu keenya itti fufna: “Namni adduma addaan garaa duuba yookiis giddiidhaan utuu hin ta’in, akka garaa isaatti murtoo godhetti kennuutu isaaf ta’a; Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu in jaallata.” (2 Qor. 9:7) Saanduqoonni buusii Galma Mootummaa keessatti kan argaman si’a ta’u, abbaan barbaade akkuma fedhasaatti buusii gochuu danda’a. (2 Mot. 12:9) Buusiin kadhaadhaan ykn yaada deebisee argachuun danda’a jedhuun kaka’amee kan godhamu miti.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi