LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/07 ful. 3
  • Beesisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beesisa
  • Tajaajila Mootummaa—2007
Tajaajila Mootummaa—2007
km 3/07 ful. 3

Beesisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Eblaafi Caamsaa: Barruulee (Amaariffa). Yeroo deddeebii gaaffii gootan kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu kennuufii dandeessu. Waxabajjii: Kitaaba Gammachuu Maatii.

◼ Gumiiwwan, barruuleen Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! haaraan akkuma isaan ga’aniin obbolootaaf kennuu qabu. Kana gochuunsaanii, babal’istoonni barruulee kana raabsuusaanii dura akka dubbisan isaan gargaara.

◼ Sassaabaan ilaaltuu olaanaa yookiin namni inni ramade, herrega gumii ji’a Muddee, Amajjiifi Guraandhalaa sakatta’uu qaba. Kun godhamee yeroo raawwatamutti, gabaasa herregaa ittaanuu wajjin gumiif beeksifamuu qaba.—Qajeelfama Galmee Herrega Gumii (S-27) ilaali.

◼ BARREEFFAMOOTA NU HARKA JIRAN: Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu Sirriifi Faayidaa Kan Qabudha—2007; Tigiriffa: Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu Sirriifi Faayidaa Kan Qabudha—2007, Buukleetii Maree Gochuuf Gargaaru.

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Kiri’eeshin; Tiraaktii Lak. 23, 24, Rood tu Paaraaadayis; Afaan Chaayinaa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, bi12; Afaan Faransaayi: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Namni Jaallattan Yeroo Du’u; Tigiriffa: Sillaaseetti Amanuu Qabdaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi