LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/07 ful. 3
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2007
Tajaajila Mootummaa—2007
km 6/07 ful. 3

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Waxabajjii, Adoolessaafi Hagayya: Birooshuroota; Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

◼ Sassaabaan ilaaltuu olaanaa ykn namni inni ramade, herrega gumii ji’a Bitootessaa, Eblaafi Caamsaa sakatta’uu qaba. Kun godhamee yeroo raawwatamutti, gabaasa herregaa ittaanuu wajjin gumiif beeksifamuu qaba.—Qajeelfama Galmee Herregaa Gumii (S-27) ilaali.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKATTI ARGAMAN: Afaan Faransaayi: Kitaaba Waggaa 2007.

◼ AMMAS KAN NU HARKATTI ARGAMAN: Amaariffa: Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, Gaaffii Dargaggootaa, Faarfannaawwan; Ingiliffa: Nohiifi Daawit DVDdhaan, Kiingidam Meelodii Lak. 4, laastikii kaardiin naannoo tajaajilaa keessa kaa’amu, man’ee kaardii qomarratti kaa’atamu; Afaan Faransaayi: Gaaffii Dargaggootaa; Tigiriffa: Raawwiin Mul’ataa Inni Guddaan Dhihaateera!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi