Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Hagayya: Birooshuroota; Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Onkoloolessa: Barruuleefi tiraaktii Lak. 27 (Rakkinni Hundi Yeroo Dhihootti Ni Bada!); Sadaasa: Dammaqinaan Eegaa!
◼ Jiini Fulbaanaa Sanbadduraafi Dilbata shan waan qabuuf, qajeelchaa gargaaraa ta’uuf mijaa’aadha.
◼ Gumiiwwan Kaalaandarii Dhugaa Baatota Yihowaa 2008, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu—2008fi Kitaaba Waggaa Dhugaa Baatota Yihowaa 2008 ajaja barreeffamaa ittaanurratti gaafachuu jalqabuu qabu.
◼ Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2008 afaan Ingiliffaafi afaan Faransaayi malees, afaan Amaariffaa, Tigiriffaafi afaan Oromootiin ni argamu.
◼ Jaarsoliin namoota gumii keessaa baafaman ykn of qoodanii turaniifi amma deebi’uu barbaadan ilaalchisee, qajeelfamoota Masaraa Eegumsaa Ebla 15, 1991, ful. 21-23rratti argaman akka hojiirra oolchan isaan yaadachiisna.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Barsiisaa Guddicharraa Barachuu CDdhaan, diraamaa CDdhaan qophaa’an, Biweer oov Luuziing Feez Baayi Diroowiing Aaweeyi Firoom Jeehoova (da), Kiip Yuur Aayi Siimpil (ey), Duuwiing Waat Iiz Raayit iin Jeehoova’s Aayis (rt), Waayi Rispeekti Te’ookraatiiik Arreenjimantis? (th)
◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Dammaqinaan Eegaa!; Ingiliffa: Pirookileemars, Konkordaansii, Yihowaatti Dhihaadhu, Seenaa Macaafa Qulqulluu, Aansiin Ispiiriits, Barumsa Macaafa Qulqulluu, Guyyaa Yihowaa; Leenjii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiitti Kennamurraa Fayyadami, Indeexii 1930-1985, Indeexii 2001-2005; Afaan Faransaayi: Kiriyeeshin; Afaan Oromoo: Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?, Dammaqinaan Eegaa!; Tigiriffa: Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?