LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/07 ful. 7
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2007
Tajaajila Mootummaa—2007
km 8/07 ful. 7

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Hagayya 27, 2007 jalqabutti kan irratti mar’iatamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barreeffamoota gaaffilee irra deebii torban Adoolessa 2 hanga Hagayya 27, 2007⁠rratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 30f irra deebicha geggeessa. [Yaadachiisa: Gaaffilee booda barreeffamni deebiin irratti argamu hin caqasamne taanaan, deebiiwwansaanii argachuuf dhuunfaatti qorannaa gochuu si barbaachisa.—Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila ful. 36-37 ilaali.]

AMALAWWAN HAASAWAA

1. Tajaajilarrattis ta’e gumii keessatti namoota akka kabajnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 192 key. 2-4]

2. Wanta dubbannutti akka amannu haala argisiisuun dubbachuuf maaltu barbaachisa? [be ful. 196 key. 1-3]

3. Yaadawwan yeroo lallabnutti mala qabeeyyii ta’uuf nu gargaaran tokko tokko maalidha? [be ful. 197 key. 5–198 key. 4]

4. Mala qabeeyyii ta’uun yoom dubbachuu akka qabnu yaaduu kan dabalatu akkamitti? (Fak. 25:11) [be ful. 199 key. 1-3]

5. Haasawaa keenya karaa nama jajjabeessuun dhiheessuu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 203 key. 2–204 key. 1]

HAASAWAA LAK. 1

6. Hisqi’el macaafa maqaasaatiin waamame barreessuusaa, akkasumas macaafni kun kutaa Caaffata Qulqullaa’oofi sirrii ta’uusaa ilaalchisee maal jechuutu danda’ama? [si p. 133 par. 3]

7. Namni tokko jal’ina isarratti raawwatamu danda’uuf amala akkamii qabaachuutu isa barbaachisa? [w05 6/1 ful. 29 key. 4]

8. Du’aa ka’uu ilaalchisee gaaffii Saduqoonni gaafataniif deebii Yesus kennerraa maal baranna? (Luq. 20:37, 38) [be ful. 66 key. 4]

9. Barataan Macaafa Qulqulluu ykn namni hidhata amantaa keessanii ta’e dhimma tokko ilaalchisee maal gochuu akka qabu yoo isin gaafate maal jettanii deebistu? [be ful. 69 key. 4-5]

10. ‘Hafuura yaada garaa ofii keessatti haareffamuun’ maal dabalata? (Efe. 4:23) [be ful. 74 key. 4]

DUBBISA M.Q.

11. Hisiqi’el 9:2-4⁠rratti namichi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffate eenyuun bakka bu’a? ‘Addatti milikkita gochuunoo’ maal argisiisa? [w88 9/15 ful. 14 key. 18]

12. Geggeessitoonni amantaa Saba Kiristiyaanaa, akkuma Hisiqi’el 13:3⁠rratti ibsame, akka “raajota gowwoota warra wanta tokko iyyuu utuu hin argin hafuuruma ofii isaanii duukaa bu’an” kan ta’an akkamitti? [w99 10/1 ful. 13]

13. Israa’eloonni ‘mammaaksa’ Hisqi’el 18:2⁠rratti argamu kan dubbatan yaada akkamii dabarsuu barbaadaniiti? Wanta raawwanne tokkoof itti gaafatamuu ilaalchiseehoo barumsa maalii arganna? [w88 9/15 ful. 18 key. 10]

14. Hisiqi’el yeroo Yerusaalem marfamteefi balleeffamte afaansaa ‘hidhamee’ ykn “didaa” ta’ee kan ture akkamitti? (His. 24:27; 33:22) [w03 12/1 ful. 29]

15. ‘Goog inni biyya Maagoog’ eenyudha? Saba Yihowaa balleessuuf kan ka’uhoo yoomi? (His. 38:2, 16) [w97 3/1 ful. 14 key. 1-ful. 15 key. 3]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi