Beeksisa
◼ Barruulee raabsaman Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Eblaafi Caamsaa: Barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
◼ Gumiiwwan, barruuleen Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! haaraan akkuma isaan ga’aniin obbolootaaf kennuu qabu. Kunis, babal’istoonni barruulee kana raabsuusaanii dura dubbisuuf isaan gargaara.
◼ Namni sassaabaa ilaaltuu olaanaatiin ramade, herrega gumii ji’a Muddee, Amajjiifi Guraandhalaa sakatta’uu qaba. Herrega kana namni tokkichi walitti aansuudhaan sakatta’uu hin qabu. Kun godhamee yeroo raawwatamutti, gabaasa herregaa ittaanuu wajjin gumiif beeksifamuu qaba.—Qajeelfama Galmee Herrega Gumii (S-27) ilaali.
◼ Guyyaafi bakkawwan walga’iin koonyaa 2008 itti geggeeffaman:
Onk. 3-5 Finfinnee Amaariffa
Onk. 10-12 Finfinnee Amaariffa/Afaan Mallattoo
Dirree Daawwaa Amaariffa
Naqamtee Amaariffa
Sooddoo Amaariffa
Onk. 17-19 Finfinnee Amaariffa
Dasee Amaariffa
Gimbii Afaan Oromoo
Adaamaa Amaariffa
Yirgaalam Sidaamaa
Onk. 24-26 Finfinnee Amaariffa/ Ingiliffa
Alattaa Wandoo Amaariffa
Amboo Afaan Oromoo
Shaashamannee Amaariffa
Onk. 31- Finfinnee Amaariffa
Sad. 2 Baahir Daar Amaariffa
Jimmaa Amaariffa
Maqalee Tigriffa
Sooddoo Afaan Walaayittaa
◼ Matadureen walga’ii koonyaa 2008 “Hafuura Qulqulluutiin Geggeeffamuu” kan jedhu ta’a. Tajaajilli Mootummaa gara fuulduraatti ba’u, odeeffannoo dabalataa sagantaa keessan sirreeffachuudhaan guyyaa sadanuu walga’ii kanarratti argamuuf isin dandeessiisu kan qabate ta’a. Walga’ii guyyaa sadii kanarratti argamuuf bakka hojjettuu heyyama gaafachuu qabda taanaan, gaafachuu hin seesin.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Afaan Faransaayi: Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2008; Ingiliffa: Tuu ze Iindis oov za Eerzi/Divaayin Tiichiing DVDdhaan; Tigriffa: Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii.
◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Afaan Faransaayi: Ragaa Dhiheessuu, Kitaaba Gaaffii Dargaggootaa, Birooshura Kitaaba Namoota Hundumaaf Ta’u, Jaallee Waaqayyoo, Rood tuu Everlaastiing Laayif; Afaan Ispaanish: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Tigriffa: Yihowaatti Dhihaadhaa, Raawwii Mul’ataa.