LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/08 ful. 5
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2008
Tajaajila Mootummaa—2008
km 4/08 ful. 5

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Eblaafi Caamsaa: barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Adoolessa: Birooshuroota.

◼ Barreessitoonni gumii, foormii Iyyata Tajaajila Qajeelchaa (S-205) jedhamuufi foormii Iyyata Tajaajila Qajeelchaa Gargaaraa (S-205b) ga’aa qabaachuu qabu. Foormii Barreeffamni Ittiin Ajajamu (S-14) guutuudhaan foormiiwwan kana gaafachuun ni danda’ama. Yoo xinnaate kan waggaa tokkoof ga’u ajajamuu qaba. Foormii iyyata tajaajilaa qajeelchaa gara waajjira dameetti erguu keessan dura sirriitti guutamuusaanii mirkaneessaa.

◼ Waajjirri damee, teessoo haaraa, lakkoofsa bilbilaa sassaabdota ilaaltuu olaanaafi barreessitoota hundaa qabaachuunsaa barbaachisaadha. Obboloonni kun teessoo jijjiirrataniiru taanaan, Koreen Tajaajilaa Gumii foormii Teessoo Haaraa Sassaabaa Ilaaltuu Olaanaa/Barreessaa (S-29) jedhamurratti guutee mallatteessuudhaan hatattamaan waajjira dameetti erguu qaba. Kun jijjiirama lakkoofsa bilbilaas ni dabalata.

◼ Yeroo kamittiiyyuu biyya garabiraa yommuu dhaqxan, walga’iiwwan gumii, aanaa ykn koonyaarratti argamuuf karoora yoo qabaattan, guyyaa, sa’aatiifi bakka walga’iin itti geggeeffamu beekuuf, waajjira damee hojii biyya sanaa olaantummaan to’atu gaafachuu qabdu. Teessoowwan waajjiroota damee dhuma fuula Kitaaba Waggaa dhiheenyatti ba’erraa argachuun ni danda’ama.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Afaan Oromoo: Gammachuu Maatii; Ingiliffa: Jildiiwwan Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! 2007; Walaayittaa: Barumsa Macaafa Qulqulluu.

◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Afaan Faransaayi: Dammaqinaan Eegaa!; Amaariffa: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Gaaffii Dargaggootaa; Ingiliffa: Eedukeeshin, Gaayidaans, Sabmiishin, Raawwiin Mul’ataa Inni Guddaan Dhihaateera!, Indeeksii 1986-2000, Nohiifi Daawit DVDdhaan.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi