LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/08 ful. 3
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2008
Tajaajila Mootummaa—2008
km 8/08 ful. 3

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Hagayya: Birooshuroota; Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Onkoloolessa: Barruuleefi Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa? (tiraaktii Lak. 26); Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?.

◼ Gumiiwwan Kaalaandarii Dhugaa Baatota Yihowaa 2009, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu—2009fi Kitaaba Waggaa Dhugaa Baatota Yihowaa 2009 ajaja barreeffamaa ittaanurratti gaafachuu jalqabuu qabu.

◼ Jaarsoliin namoota gumii keessaa baafaman ykn of qoodanii turaniifi amma deebi’uu barbaadan ilaalchisee, qajeelfama Masaraa Eegumsaa Ebla 15, 1991, ful. 21-23⁠rratti argamu akka hojiirra oolchan isaan yaadachiisna.

◼ Babal’istootaafi namoota fedhii qaban dabalatee, namoota qaroo dhabeeyyii ta’aniifi akka gaariitti arguu hin dandeenyeef, kompiitara sagantaa notti teekar jedhamu ykn meeshaan sagalee dhageessisee dubbisu qophaa’eera. Kanaafuu, barruulee Masaraa Eegumsaa Bireeyiliirraa garagalchamaniifi faayila elektirooniksiitiin qophaa’an argachuun ni danda’ama. Faayiloonni kun, Masaraa Eegumsaa maxxansa qayyabannaafi maxxansa sabaa bireeyilii Gireedii 2aan ykn gabaabsamee (contracted) qophaa’e kan qabatanidha. Faayiloonni kun kan qophaa’an Ingiliffaan yommuu ta’u, namoota ajajan hundaaf iimeeliidhaan ni ergama. Namoonni Masaraa Eegumsaa faayila elektironiksiitiin argachuu barbaadan, barreessan gumii gara waajjiraa dameetti xalayaa akka isaaniif barreessu gaafachuu qabu. Xalayaan kun, maqaa namichaafi teessoosaa, maqaa ykn akaakuu meeshaa elektironiksii itti fayyadamuu, teessoo iimeeliisaa akkasumas Bireeyilii afaan isa kamiin (Ingiliffaa, afaan Ispaanish ykn afaan Faransaay) dubbisuu akka danda’u kan ibsu ta’uu qaba. Teessoo iimeelii hin qabu yoo ta’e, teessoo iimeelii nama kan biraatti fayyadamuu danda’a.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi