LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/08 ful. 3
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2008
Tajaajila Mootummaa—2008
km 9/08 ful. 3

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Onkoloolessa: Barruuleefi Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa? (T-26); Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Muddee: Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu ykn Barsiisaa Guddicharraa Baradhaa [Ingiliffa].

◼ Jiini Sadaasaa Sanbadduraafi Dilbata shan waan qabuuf, qajeelchaa gargaaraa ta’uuf mijaa’aadha.

◼ Obboleessi sassaabaa ilaaltuu olaanaatiin bakka buufame tokko herrega gumii ji’oota Waxabajjii, Adoolessaafi Hagayyaa sakatta’uu qaba. Ji’oottan itti aananittimmoo namoota kan biraatu sakatta’u qaba. Kun godhamee yommuu raawwatamutti, gabaasa herregaa ittaanuu wajjin gumiidhaaf beeksifamuu qaba.—Qajeelfama Herrega Gumii (S-27) ilaali.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKKATTI ARGAMAN: Ingiliffa: Siidiidhaan: Waarniing Egzaampils (diraamaa), Jihoovaa Deliivars (diraamaa), Yihowaatti Dhihaadhu, Gammachuu Maatii, Namni Jaallattan Tokko Yommuu Du’u. Diiviidiidhaan: Istaandi Farm. Mp3dhaan: Seenaa Macaafa Qulqulluu, Barumsa Macaafa Qulqulluu, Yihowaatti Dhihaadhu, Gammachuu Maatii, Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hundarra Caalu, Barsiisaa Guddicha, Waaqni Maal Nurraa Barbaada?, Saatisfaayiing Laayif, Namni Jaallattan Tokko Yommuu Du’u, Faarfannaawwan Mootummichaa.

◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Tiraaktota 13, 14, 16; Ingiliffa: Hiika Addunyaa Haaraa (bi-12), Faarfannaa Galataa (isa xinnaa); Afaan Faransaayi: Seenaa Macaafa Qulqulluu, Dhugaa Baatota Yihowaafi Barumsa, Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu?, Indeeksii 2001-2005; Afaan Oromoo: Tiraaktii Lak. 15.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi