LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/08 ful. 7
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2008
Tajaajila Mootummaa—2008
km 10/08 ful. 7

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii

Gaaffiiwwan kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Onkoloolessa 27, 2008 jalqabutti kan irratti mari’atamanidha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, kutaawwan Fulbaana 1 hanga Onkoloolessa 27, 2008⁠tti dhihaatanirratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 30f irra deebi’a.

MALA H.

1. Wanta namoonni ittamanan beekuu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 259 key. 1, 2]

2. Namni tokko jibba garaasaa keessa jiru akka baasu gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 260 key. 2]

3. Namoonni Macaafa Qulqulluu qayyabsiisnu karaa hafuuraa guddachuusaanii akka itti fufan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 261 key. 2]

4. Garaa namoota nu dhaggeeffattanii tuquuf yeroo yaallu maal yaadachuu qabna? [be ful. 262 key. 3]

5. Walga’iiwwan gumiirratti sa’aatii nuu kenname eeguuf xiyyeeffannaa kennuu kan qabnu maaliifi? [be ful. 263 key. 1, 3, saanduqa]

HAASAWAA LAK. 1

6. Phaawulos ergaa Qorontos isa duraa barreessuuf kan isa kakaase maalidha? [si ful. 210 key. 3]

7. Phaawulos ergaa Qorontos isa lammaffaa barreessuuf kan isa kakaase maalidha? [si p. 214 pars. 1-2]

8. Kiristiyaanonni tajaajilaaf ilaalcha akkamii qabaachuu qabu? [si pp. 216-217 par. 18]

9. Yeroo har’aatti akkuma obboloota Filiphisiiyus jiranii Waaqayyoo biratti fudhatama argachuufi obboloota keenyaaf madda gammachuu ta’uu kan dandeenyu akkamitti? [si p. 225 par. 12]

10. Phaawulosiifi namoonni isaa wajjin tajaajilan gumii Tasaloniiqeef fakkeenya gaarii kan ta’an akkamitti? [si p. 231 par. 13]

DUBBISA M.Q.

11. Dhuguma Yihowaan amantoota fayyisuuf ‘gowwummaatti’ fayyadamaa? (1 Qor. 1:21) [w08 7/15 “Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaada Ijoo Macaafota Qorontos”]

12. Duuti Yesus ‘yeroo’ hammamiitti kabajamuu qaba? Kunoo kan godhamu “hamma” yoomiitti? (1 Qor. 11:26) [w08 7/15 “Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Qorontos”]

13. Mul’anni 2 Qorontos 12:2-4⁠rratti ibsame maalidha? Mirga akkasii argachuu kan danda’u eenyudha? [w04 10/15 ful. 8 key. 4; ful. 10 key. 9]

14. Phaawulos Seera Museetiin, “eegduu keenya hamma Kiristositti” kan jedhe maaliifi? (Gal. 3:24, hiika bara 1899) [w08 3/1 18-21]

15. Phaawulos, ‘hafuurri, lubbuufi foon obbolootaa akka eegamu’ yommuu kadhatu maal jechuusaa ture? (1 Tas. 5:23) [w08 9/15 “Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Tasaloniiqee”]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi