Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Onkoloolessa: Barruuleefi Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa? (T-26); Sadaasa, Muddeefi Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
◼ Jiini Sadaasaa Sanbadduraafi Dilbata shan waan qabuuf, qajeelchaa gargaaraa ta’uuf mijaa’aadha.
◼ Yaadachiisa sassaabaa olaanaafi ilaaltuu olaanaa Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasiitiif: Qophii haaraa walga’ii gumiirratti godhamuufi torban Muddee 29, 2008 jalqabu ilaalchisee jijjiiramni godhame Tajaajila Mootummaa Muddee 2008rratti ba’a. Irra deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii yeroo geggeessitan, qajeelfama miiltoo Sagantaa Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii 2009 hordofuu hin dagatinaa. Gaafas malli haasawaa hin dhihaatu.
◼ Sagantaan Viidiyoo Dhiiga Hin Fudhadhu—Karaa Mana Yaalaa Furmaanni Argameera jedhamu, Walga’ii Tajaajilaa ji’a Amajjiitti irratti mari’atama. Viidiyoo kana argachuu barbaannaan atattamaan karaa gumii keessanii ajajuu dandeessu.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu 2008-2; Ingiliffa: Woorning Eegzampilsi/Riispeekt Ootoriitii: DVD dhaan.
◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Afaan Oromoo: Jaallee Waaqayyoo Ta’uu Ni Dandeessa!; Ingiliffa: Koonkordaansi, Jireenyakoo Akkamitti Yoon Itti Fayyadame Wayya? DVD dhaan; Tigriffa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?