Gabaasa Ijoo Tajaajila Waggaa 2008
▪ Baay’ina babal’istootaa olaanaa–8,342 (Hagayya 2008)
▪ Hanga dabale dhibbeentaan–3% Babal’isaan 1 namoota 8,991f
▪ Namoota cuuphaman dimshaashaan–595
▪ Ayyaana Yaadannoorratti kan argaman–23,870
▪ Baay’ina qajeelchitootaa–1,110 (Qajeelchitoonni 150 Fulbaanatti dabalamaniiru)
▪ Sa’aatii babal’isaan tokko tajaajilarratti dabarse giddu galeessaan–13.3
▪ Baay’ina gumiiwwanii: Guutummaa biyyaatti–159; Finfinnee–56) (Fulbaanaa jalqabee: Guutummaa biyyaatti–162; Finfinnee–58)
▪ Baay’ina namoota dubbisuufi barreessuu baratanii–27
▪ Gumii keessaa kan baafaman–94 Kan deebi’an–53 (Dammaqoo ta’uun barbaachisaadha!)