LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/08 ful. 5
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2008
Tajaajila Mootummaa—2008
km 12/08 ful. 5

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Muddee 29, 2008 jalqabutti kan irratti mari’atamanidha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barreeffamoota, gaaffilee irra deebii torban Sadaasa 3 jalqabuu hanga Muddee 29, 2008⁠rratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 20f irra deebicha geggeessa.

MALA HAASAWAA

1. ‘Jaalalaan’ gorsa kennuun bu’a qabeessa kan ta’e maaliifi? (Film. 9) [be ful. 266 key. 1-3].

2. Namoonni ija jabina akka qabaatan gochuu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 268 key. 4–269 key. 1]

HAASAWAA LAK. 1

3. Ergaan Phaawulos Tiitoosiif barreesse yeroo har’aatti nuuf ‘ba’eessaafi dhimma kan baasu’ kan ta’e akkamitti? (Tit. 3:8) [si p. 241 par. 8]

4. Ergaan Phexros inni duraa yeroo barbaachisaa turetti barreeffame kan jennu maaliifi? [si p. 251 par. 1]

5. Wantoonni macaafa Mul’ataarratti fakkeenyaan ibsaman nurratti dhibbaa akkamii geessisuu qabu? [si p. 263 par. 1]

DUBISA M.Q.

6. Phaawulos Tiitoos 2:3⁠rratti, ‘maqaa namaa balleessuufi dhugaatiif garboota ta’uu’ waliin kan caqase maaliifi? [w94 6/15 ful. 20 key. 12]

7. Seexanni kan “humna du’aa qabu” ta’uunsaa, namuma filaterratti yeroonsaa utuu hin ga’in du’a fiduu akka danda’u argisiisaa? (Ibr. 2:14) [Sad. 10, w08 10/15 “Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Tiitoos, Filemoniifi Ibrootaa”]

8. Kakuu haaraa keessatti “namichi inni dhaala dhaame” eenyudha? (Ibr. 9:16) [w08 10/15 “Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Tiitoos, Filemoniifi Ibrootaa”]

9. Naga qabeeyyii ta’uun maal jechuudha? Gama kanaan gaaffiiwwan akkamii of gaafachuu qabna? (Jas. 3:17) [w08 3/15 ful. 24 key. 18]

10. Jechi “Waaqayyo garaa keenya irra caal[a]” jedhu maal jechuudha? (1 Yoh. 3:20) [w05 8/1 ful. 30 key. 19]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi