LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/09 ful. 1
  • Sagantaa Torban Amajjii 12 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 12 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 12 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 1/09 ful. 1

Sagantaa Torban Amajjii 12 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 12 JALQABU

Faarfannaa 18 (162)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

my seenaa 116

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uumama 6-10

Lak. 1: Uumama 9:1-17

Lak. 2: Mormiiwwan Waaqayyotti Amanuu Ilaalchisee Ka’uuf Deebii Kennuu (rs ful. 151 key. 1– 152 key. 1)

Lak. 3: Jal’ina Nurratti Raawwatamuuf Waaqayyotti Maaltu Dhaga’ama? (bh boq. 1 key. 11-17)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 13 (124)

Daq. 5: Beeksisa gumii.

Daq. 10: Faayidaa Tajaajila Keenyaaf Ilaalcha Sirrii Qabaachuun Qabu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Akkaataan Yesus namoota hoolotatti fakkeeffamaniifi gargaarsi isaan barbaachisu itti qabe, fakkeenya gaarii nuuf ta’a. (Mat. 9:36-38) Anaaniyaas jalqabarratti Saa’oliin dhaqee haasofsiisuu sodaatus, ilaalchasaa akka jijjiiru kan isa gargaare maalidha? (HoE. 9:13-15) Akkaataa inni Saa’oliin itti haasofsiise ilaalcha sirrii qabaachuusaa kan argisiisu akkamitti? (HoE. 9:17) Namoota tajaajilarratti argannuuf ilaalcha sirrii qabaachuudhaan isaan haasofsiisuuf sababii maalii qabna? Ilaalcha sirrii qabaachuun tajaajila keenyarratti caalaatti bu’a qabeeyyii kan nu taasisu akkamitti? Babal’istoota ilaalcha sirrii tajaajilarratti qabaachuudhaan bu’aa gaarii argatan tokko ykn lamaaf gaafannoo gabaabaa godhi.

Daq. 10: Kitaaba Ragaa Dhiheessuutti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 7-8⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin ykn jaarsa kan biraatiin dhihaatu.

Daq. 10: “Akkamittiin Dhaga’uree?”a

Faarfannaa 23 (200)

[Miiljalee]

a Yaada seensaa daqiiqaa tokko hin guunneen jalqabamee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi