Sagantaa Torban Amajjii 19 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 19 JALQABU
Faarfannaa 3 (32)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
my Irra deebii 1-8
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Uumama 11-16
Lak. 1: Uumama 14:1-16
Lak. 2: Gara Yihowaatti Dhihaachuu Ni Dandeessaa? (bh boq. 1 key. 18-24)
Lak. 3: Yihowaan Kan Nu Tolchu Akkamitti? (Isa. 64:8)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 26 (212)
Daq. 5: Beeksisa gumii. Beeksisawwan Tajaajila Mootummaarraa filataman.
Daq. 10: Waaqayyoon Sodaadhu Abboommiisaas Eegi. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii ful. 272 hanga 273, key. 1rratti hundaa’uudhaan haasawaa jaarsi miira ho’aadhaan dhiheessu.
Daq. 10: Barreeffama Guraandhalatti Raabsamu. Barreeffamoota raabsaman ilaalchisee ibsa gabaabaa erga kennitee booda, hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa.”a Wanta kitaabicha adda isa taasisu ibsi.
Faarfannaa 16 (143)
[Miiljalee]
a Yaada seensaa daqiiqaa tokko hin guunneen jalqabamee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.