LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/09 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 4/09 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Ebla 27, 2009 jalqabutti kan irratti mari’atamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barreeffamoota, gaaffilee irra deebii torban Amajjii 5 jalqabuu hanga Guraandhala 23, 2009⁠rratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 20f irra deebicha geggeessa.

1. Yoseef qorumsa guyyaa guyyaan isa mudatu mo’uuf maal godheera? (Uma. 39:7-12) [lv ful. 105 key. 18–106 key. 20]

2. Guyyaa dhalootaa kabajuu ilaalchisee Macaafni Qulqulluun maal jedha? (Uma. 40:20-22) [lv ful. 150 key. 9–151 key. 11]

3. Yeroo namoonni nutti balleessan dhiifama gochuu ilaalchisee Yoseef fakkeenya gaarii kan nuu ta’u akkamitti? (Uma. 45:4, 5) [w99 1/1 ful. 31 key. 2-3]

4. Yoseef, ‘lafee koo asii fuudhaa ba’aa’ jechuunsaa bu’aa maalii argamsiiseera? (Uma. 50:25) [w07 6/1 ful. 28 key. 10]

5. Hojiin ulfaataan tokko yeroo nuu kennamu amanannaa akkamii qabaachuu dandeenya? (Bau. 4:10, 13) [w04 3/15 ful. 25 key. 4]

6. Tarkaanfii Yihowaan haala Fara’oonii wajjin wal qabateen fudhate bu’aa maalii argamsiiseera? Wantoonni kun nurratti dhiibbaa maalii geessisuu qabu? (Bau. 9:13-16) [w05 5/15 ful. 21 key. 8]

7. Yaanni Ba’uu 14:30, 31⁠rra jiru bara keenyaaf hiika maalii qaba? [w04 3/15 ful. 26 key. 5]

8. Akkuma Ba’uu 16:1-3⁠rraa hubachuun danda’amu guungumuun balaa maalii geessisa? [w93 3/15 ful. 20 key. 2–21 key. 2]

9. Kakuu Seerichaa Ba’uu 19:5, 6⁠rratti ibsamee wajjin haala walsimuun, sabni Israa’el ‘luboota mootiifi saba qulqullaa’aa’ kan ture hanga maaliitti? [w95 7/1 ful. 16 key. 8]

10. Abboommii kurnaffaan sassata ilaalchisee kenname seera namoonni baasanirra kan caalu karaa kamiini? (Bau. 20:17) [w06 6/15 ful. 23-24 key. 16]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi