Sagantaa Torban Ebla 27 Jalqabu
TORBAN EBLA 27 JALQABU
Faarfannaa 14 (117)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Ba’uu 19-22
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 25 (204)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 5: Saanduqa Gaaffii Irra Deebii.
Daq. 25: “Yeroo Qabdanitti Sirriitti Fayyadamaa.” Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa sa’aatii hedduu babal’istoonni tajaajilarratti dabarsaniif gumicha galateeffata. Yeroo tajaajilaa keenya caalaatti karaa bu’a qabeessa ta’een itti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti? Kana ilaalchisee Tajaajilli Mootummaa kanaan dura maxxanfaman yaada baay’ee gaarii ta’an qabataniiru. Gaaffilee keeyyata tokkoffaarratti dhihaatanitti fayyadamuudhaan irratti mari’adhaa. Achiis gaaffilee keeyyata hundaaf dhihaatanitti fayyadamuudhaan dhaggeeffattoonni qabxii arfan armaan gadiirratti akka yaada kennan afeeri: (a) kaayyoo keenya yaadachuu; (b) dandeettii tajaajilaa keenya guddisuu; (c) namootarratti xiyyeeffachuu; (d) qindoomina qabaachuu. Yaada keeyyata dhumaarratti hundaa’uun ibsa kennuudhaan xumuri.
Faarfannaa 29 (222)