Sagantaa Torban Ebla 13 Jalqabu
TORBAN EBLA 13 JALQABU
Faarfannaa 16 (143)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Ba’uu 11-14
Lak. 1: Ba’uu 12:21-36
Lak. 2: Yeroo Duunu Maal Taana? (bh boq. 6 key. 1-8)
Lak. 3: Garaagarummaa Karaa Dinqii Ta’een Fayyisuu, Yesus, Ergamootaafi Namoota Yeroo Har’aa Jiran Raawwatan Gidduu Jiru (rs ful. 158 key. 3–6)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 11 (85)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Guyyaa addaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu itti nama afeerru ilaalchisee bu’aa argamaa jiru irra deebi’i. Muuxannoon gumii keessaa argame tokko ykn lama haa dhihaatu.
Daq 10: Yeroo Dhugaa Baanu Akkaataa Dubbii Keenyaan Mala Qabeessa Ta’uu. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii jedhu mataduree xiqqaa ful. 197rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Babal’isaan tokko namni inni haasofsiisu mormii naannichatti beekamaa ta’e isaa dhihaateef, yeroo deebii kennu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Daq. 10: “Hojiin Lallabaa Karaa Hafuuraa Nu Cimsa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 26 (212)