LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/09 ful. 2
  • Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 4/09 ful. 2

Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu

TORBAN EBLA 20 JALQABU

Faarfannaa 23 (200)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 4 key. 21-22fi saanduqa; boq. 5 key. 1-5

❑ Walga’ii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uumama 15-18

Lak. 1: Uumama 15:1-19

Lak. 2: Waaqeffannaa Sobaarraa Fagaachuun Maalfaa Dabalata?

Lak. 3: Namoonni Kan Du’an Maaliifi? (bh boq. 6 key. 9-14)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11 (85)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Ragaalee Macaafni Qulqulluun Geggeessaa Hafuura Qulqulluutiin Barreeffamuusaa Argisiisan. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 58-62⁠rratti hundaa’uudhaan mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Masaraa Eegumsaa Ebla-Waxabajjiifi Dammaqaa! Caamsaa Raabsuuf Qophaa’uu. Mataduree inni kam xiyyeeffannaa namoota naannoo tajaajilaasaaniitti argaman hawwachuu akka danda’uufi maaliif akka isaan hawwatu gaafadhu. Hojiin argisiisni barruuleen kun akkamitti akka raabsaman argisiisu haa dhihaatu. Hojiin argisiisni inni tokko deddeebii gaaffiin yeroo godhamu qayyabannaan akkamitti akka jalqabsiifamu kan argisiisu haata’u.—km 8/07 ful. 6 ilaali.

Daq. 10: “Warra Dubbisuu Hin Dandeenye Barsiisi.” Keeyyata 3⁠rratti yeroo mari’attan, qajeelchaan tokko fakkii barreeffama qayyabannaarra jiru tokkotti akka gaariitti yommuu fayyadamu kan argisiisu hojiin argisiisni gabaabaan haa dhihaatu.

Faarfannaa 21 (191)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi